Chaanaalii kana isiiniif beksiisuu keenyaan gammachuun keenya guddaadha. Qabiyyeewwan haaraa Afaan Oromootiin isinif dhiiyaataniru. Abol Maaddiin chaanaalii haaraa sagantaalee TV fi diraamaa Afaan Oromoon hikamanii tamsaasuuf qophaa'edha. Caamsaa 28, 2015 irraa eegalee chaanaalii DStv 489 irratti nu hordoofaa!